Gaazexessaan Iyyoob Baayisaa Gantoota Sabaa Gaaffii Haqaan Sarde.

Seife Nebelbal Radio dhageeffadha!

1 thought on “Gaazexessaan Iyyoob Baayisaa Gantoota Sabaa Gaaffii Haqaan Sarde.

  1. gazexeessaa IYYOOB BAAYISAA yaada bishaataa gantootaa warra addunyaan itti galagalee
    qixa sirrii gaafateen guddaa galatoomi nuti oromoon bara 21 century irra jirra eenyu iyyuu utaalee afaan nu faaajjeessuu hin dandaú
    kan darbe irraa barachuu dadhaban adda bilisummaa oromoo ala waan tokko illee tarkaanfachuun abjuu dha.
    keessumaa jijjiramni mataan isaa wayyanee wajjin ummata oromoo dhiigsuun shumata argatan nama gadisiisa

    BUDDEENA NAMA QUUBSU EELEE IRRATTI BEEKU JEDHAMA.
    maali namichi kun takka afaan oromoo takka afaan amaaraan dubbatu kun nuti nuu gala GINBOOT7gammachiisuuf! waaan hunda dura goototni oromoo bilisummaa oromoof wareegaman
    kan abbaan fedhe itti baacu miti
    which is absolutely stupidity and rabbish idea.
    ega IYYOOB guddaa si galateefa dha.
    GOOLEE

Leave a comment