Nyaataa fi Doormii dhorkamnus, Gaaffii Mirga Bilisummaa hi dhaabnu, jedhu barattooti Oromo University Finfinnee Damee Bishooftuu.

Bitootessa 28,2012 Finfinnee

Gaaffiin mirgaa kaasanii diddaa hanga har’aatti itti fufanii kanneen jiran Barattootni Oromoo yuunivarsiitii Finfinnee Damee Bishooftuu barnoota guutummaan guutuun dhaabanii jiru.Mootummaan Wayyaanee barattoota Oromoo kanneen nyaataa fi doormii dhorkachuun diddaa akka dhaaban yaaltus gaaffiin keenya gaaffii bilisummaa waan taheef nyaataa fi doormii dhabuun duuba nu hin deebisu jechuun barnoota guutummaan guutuun dhaabanii jiru.Waamichi isaan daddabarsaa jiranis manneen barnootaa olaanaa fi gad aanaa keessatti babal’achuun mootummaa Wayyaanee cinqii guddaa keessa buusee jira.

1 thought on “Nyaataa fi Doormii dhorkamnus, Gaaffii Mirga Bilisummaa hi dhaabnu, jedhu barattooti Oromo University Finfinnee Damee Bishooftuu.

Leave a comment