♠(Qeeroo, Finfinnee, 12 Guraandhala 2012) Qeerransoo Biyyaa akkaataa itti qabsoon diddaa garbummaa haala ammaayyaatiin si’oomee, bu’aa boonsaa argamsiisuu malu irratti gorsa arjoomee jira.
“Qabsoon keenya aarsaa guddaa baasee, bu’aa xiqqaa argamsiisuu hin qabu,” kan jedhe Qeerransoon Biyyaa, “bu’aa aarsaa keenyaan walgitu argamsiisuuf qabsoon keenya karaa maraan tooftaalee ammayyaatiin si’oomee hojjatamuu qaba,” jedha.
I am amazed rather felt proud for this profound truth and clear presentation. this is the first time I have heard such moving advice from any of the organization, truly there is hope for Oromo
God bless Qiirroo
As wr wb isnii jedha jalaatatoo kenya bakka jirtan maratii rabbiin isini wajiin hajiiratu Qeerroo bilisummaa oromoo