Keessa Beekaa Irrraa,
Wayyaaneen har’as ta’u kaleessa, Ummatootaaf dhaabbattee hin beektu. Wayyaaneen gammoojjii Daddabiit keessatti dhalatte, gonkumaa Sagantaa mataa ishee qabaattee hin beektu. Qabaachuus hin dandeessu. Namoonni hedduun wayyaaneen waan hundaa Biyya isheetti kuufattee foxxoqixi jedhanii yaadan. Isaanis biyya ittiin dorsiisan. Garuu kana irratti gawwamu hin qabnu. Gonkumaa wayyaaneen Biyya ijaarrattee baatii jettenii hin yaadinaa . Maqaa Oromiyaa fi Oromoo jedhu Irratti Shira Wayyaanee