Amajjii 27,2012 Naqamte
Waraanni Wayyaanee Gojjam Irraan Wallagga Seenaa jira,hanga ammaatti guyyaa Amajjii 26,2012 Goojjaam irraan daangaa Oromiyaa seenee naannoo Heebantuu fi Kiiramuu irraa Qubachiisaa jirtu dura dhaabbachuun ummanni Oromoo fi addatti dargaggoonni Oromoo daandii konkolaataa irraatti muka ciruun, dhagaa guuruun human waraana Wayyaanee karaa darbaa dhorkaa jiraachuu gabaafame. Akka ummatni Oromoo naannoo sanii jedhutti waraanniii nuti bobbaafamee kun karaa darbaa dhaabee rakkaachaa akka ture uummanni nannoo yeroo argan arganii baay’ee haamlefamanii amma illee dura dhaabbannaa itti fufanii jiru .Jireenyaa, du’aa gadii jiraachuu keenya irraa dunee dhabamuu nuf wayyaa,Jechuun ummanni naannoo sanii FDG gaggeessaa akka jiru yeroo dheeraaf gabaafamaa jira.
Gabaasa guutuu dabalati akka nu gaheen dhiheessina .
malloo, dherroo, maa waali irrati illaala, sexxaa aakabanuu, wali wagin akaanuu
iyyenie iyya adaabarsinuu malle