(Qeerroo, Oromiyaa, 23 Amajjii 2012) Diddaa fi fincilli Barattoota Oromiyaa gidduu kana akka haaraatti ka’ee laboobaa akka jiru Qeerroon gabaasaa jira.
Daandiin walqunnamtii mijjataa fi kennataa ta’uu baatus, Qeerroon haala isaaniif danda’ameen bakka fi haala diddaa fi fincilli keessa jiru gabaasa suuraa fi sagaleen dabarsaa jiran.
Gidduu kanas waraqaalee diddaa fi fincilaa bakka addaddaatti maxxanfamaniifi facaafaman kan suuraan isaa nu gahe akka armaan gadii ti. Isaan armaan gadii Barruuleen Qeerroo bakkoota adda addaatti faca’aa jiran keessaa haga tokko ta’uun hubatamee jira. Bakkoota suuraan nu gahe ammaaf kunooti;-