(Qeerroo, Finfinnee, 23 Amajjii 2012) Diddaa fi fincilli Qeerroo biyya keessatti haalaan jabaatee itti fufee jira; Amajjii 22,2012 University Finfinnee keessatti Barruuleen Qeerroo fi yaamichi FDG Faca’anii jiru.
Haala diddaa fi fincila ummataa kana to’achuuf wayyaaneen karaa hundaan duula gochaa akka jirtu beekamee jira.
akkas malee qeerroo oromoo finiclli diddaa gabrumaa ta’aa jiru inni kun isa murteessaa fi sadarkaa guddaa waan ta’ef ummatni oromoo hundi cinaa dhaabachuu qabna.wayaneenis isaa qabeenya oromoo saameen meesha waraanaa fi humna waraanaa qabna jedhu homaa ichi isaa hin butu.nuti seenaa DARGII irraa cimisinee beekna mitii ree?
itti dabalees yoo abshaaloman miseensonni OPDO qabsoo bilisummaa oromoo finiinsuun kalachaa qbsoo bilisummaa oromoo ABO cinaa dhaabachuun ammaa dha.
garuuu qeerroo fi ummani oromoo yeroo ammaa kana qabsoo oromoo isa kana irra gahe diinaan bitamuun dhaabota maqaa oromoon kachachalaa jiran irraa uf-haa eeganu.
fkeenyaaf kan general KAMAL GALCHUU(geeneral wayaneen -gooftonni isaa kennan)irraa uf-eegannoo cimaa nu barbaachisa
nagaatti
GOOLEE