Dhaamsa Haala Yeroo

(Qeerroo, Jimmaa, 16 Amajjii 2012) Qeerroo Bilisummaa, dhaamsi armaan gadii kun qunnamtii keenya alaa irraa nuuf ergame; dhimmi isaa haala yeroo amma kana humnoota warra Habashaatiin akka afaan faajjjiitti deemaa jiru ilaalchisee dubbataan ABO, Dr Bayan Asoobaa, gaaffii fi deebii raadiyoo warra Habashaa, “Addis Dimtsi” jedhamu waliin taasisanii dha.

Asumaan Qunnamtii Qeerroo, kan dhimma kana hordofee nuuf dabarseen maqaa Qeerroo Bilisummaatiin galati kee Bilisummaa haa ta’u! jenna.

Qeeroo Bilisummaa

1 thought on “Dhaamsa Haala Yeroo

  1. kan G7 duulli oromoo irratti duulaa jiru ummatni oromoo baroota darbanii irraa akka hubatutti nuti sii beekna jechuun oromoonni goobanoota ta’an afaan faajjesuun halagaa jala galanii dhiiga oromoo karaa adda addaa dhiigsuun
    dabarsanii afaan isaanii lulluqatanii oromoof dhaabana ykn beekna jedhu i\
    kan fakkeenya guddaa ta’u kan akka generala wayanee tura kamal galchu akkasuma wayanee wajji oromoo dhiiga oromoo fi ummata eritirea dhagalaasee generalummaa argatee amma immoo ija isaanii diimefatanii biyyuma eritrea taa’anii oromoof dhaabanna jedhu mee takka dhaabane haa yaadnu ya oromoo!
    budeena nama quuubsu eelee irratti beeku jedhama
    kanaaf mirgi ummata oromoo kan mirkaneeffamu ABO duwwaan ta’uu hundi keenya siriiti beekna gowaa isaanii afaan haa faaajjesan
    nagaatti
    goole

Leave a comment