Beeksisa Koree Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo (KQWUO)
Muddee 27,2011
Koreen Qindeessituu Warraaqsa ummata Oromoo qabsoo ummata Oromoo bakkaan gahuuf jecha har’aa fi booru osoo hin jenne,amma irraa eegallee warraaqsa ummata Oromoo Oromiyaa keessatti deemsisuuf qormaata hunda xumuratee ibsoota fi labsoota wal jalaa boodaan baafachuuf deemu akka hordoftanii ejjennoo fi murannoo keenya waliin akka dhaabbatan dhaammanna.
Koreen Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo (KQWUO)
- Maanguddoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
- Dubartoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
- Hojjettoota Mootummaa Oromiyaa jiraatan
- Daldaltoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
- Qotee bultoota Oromoo Oromiyaa jiraatan fi
- Qeerroo Bilisummaa abdii Oromootaa, Kan utubame tahuu beeksifna.
beeksisi KQWUO kun baayyisee kan jajjabefamuuf amansiisaa ta’eedha. uumati oromoos qotee bulaa,daldalaa,barataa,barsiisaa utuu hin jedhin yoo harka wal qabannee kaane malee kaayyoon keenya yoomuu galma ga’uu hin danda’u kanaaf hundi keenya qabsoo irratti WBO qofa eeguu osoo hin taanee bakka jirutti kaanee wal kakaasuun kanaaf murannee haa kaanu barattootaafi qeerroo oromoo cina haa hiriirruun dhaamsa kooti