በኢትዮጵያ ላይ የተጫነው ግፈኛና ዘረኛ አገዛዝ ለአንዴና ለመጨረሻ ጊዜ ከኢትዮጵያዊያን ትከሻ ላይ ተሽቀንጥሮ ይውድቅ ዘንድ ግፊቱና ህዝብንም ለዚሁ ትግል የማያነሳሳ ጥሪ መቅረቡ ተጡዋጡፎ እንደሚገኝ ተገልጹአል::
በኦሮሚያ የተበተኑ ጥሪ ወረቀቶች ህዝብ ለነጻነቱ ሲል ወያኔ እያደረሰ ያለውን የጥፋት ተልዕኮ ለማስቆም ሆ ብሎ መነሳት ያለበት ጊዜው አሁን መሆኑን የሚያመለክት ነው ።
በኢትዮጵያ ላይ የተጫነው ግፈኛና ዘረኛ አገዛዝ ለአንዴና ለመጨረሻ ጊዜ ከኢትዮጵያዊያን ትከሻ ላይ ተሽቀንጥሮ ይውድቅ ዘንድ ግፊቱና ህዝብንም ለዚሁ ትግል የማያነሳሳ ጥሪ መቅረቡ ተጡዋጡፎ እንደሚገኝ ተገልጹአል::
በኦሮሚያ የተበተኑ ጥሪ ወረቀቶች ህዝብ ለነጻነቱ ሲል ወያኔ እያደረሰ ያለውን የጥፋት ተልዕኮ ለማስቆም ሆ ብሎ መነሳት ያለበት ጊዜው አሁን መሆኑን የሚያመለክት ነው ።
Hi Qeerroo,
galatoomi, yeroo duraaf ani waan ati Afaan Amaara tiin maxxansitu dubbisuu danda’e! “PDF file” ijaa ta’eef; yeroo kaaniis akkasuma PDF hin irranfatiin!
FINCILA DIDDAA GABRUMMAA!!!
Dardaraa- shamarran~
Qeerroo warri taatan~
Kan sabaaf laalattan~
Abbootii fi hawwan~
Kan biyyaaf jirattan~
Lammiidhaaf gadditan~
Barataa-barsiisaa~
Dooktari wallaansaa~
Waldayni gargarsaa~
Ilmaan qotee bulaa~
Daldalaan magaalaa~
Tajaajiltuun yaalaa~
Beekaa fi wallaalaa~
Furdaa fi qallaa~
Dheeraa fi gabaabaa~
Ajajaan dhibbaa~
Koloneeli sobaa~
Jeneraali dabaa~
Mee ka’aa hirriibaa~
Akka warra kaabaa~
Yaadaan wal qarqabaa~
Tokkummaa utubaa~
Fincila lallabaa~
Saba cunqurfame mara fitti qabaa~
Mootummaan abbaa irree~
Fakkaataan adurree~
Ajaawaan akka moorree~
Lafa oromoo alagaaf gurguree~
Birrii wali haree~
Malaysia guuree~
Dhiiga nu xuuxee, lafee nu qoqoree~
Ofii nyaatee mooree~
Barataan hiraaree~
Daldalaan wareree~
Barsiisaan ceeree~
Obsa bira tarree~
Wayyaaneen duroomtee~
Qabeenya nu samtee~
Gadda keessa deemtee~
Killee wali guurtee~
Ummanni hiyyoomee~
Sabaa fi sab-lammee~
Marti dararamee~
Jiruun affeelamee~
Mootummaan abarsaa~
Kan ato mallasaa~
Lammii wal nyaachisaa~
Umrii isaa dheereessaa~
Oromoo nnu kaasaa
Tokkummaa dagaagsaa~
Irree teessan cimsaa~
Hundeedhaan buqqisaa~
Mootummaa mallasaa~
Barataa oromoo dhumaatii hanqisaa~
Qabsoon galaana gama godhamu dhabbatee,lammiin Oromoo ta’e hundi gara daachee ykn lafa Oromooti dhufuudhan qabsoo Bilisuummaf goonu haa cimsinu!!!!!!!!!!!!!!!