Bitootessa 23,2016
Balaaleffannaan murna bichuu Waayyaanee Gootota Qeerroo Yuunibarsiitii Jimmaatiin itti fufuun hoomaan Waraanaa Yuunibarsiitichatti galee osoo eeguu Gootummaa jabaadhaan mormii akkuma eegalanii jiran waraqaalee Qeerroo kan barreefamnisaa alabaa keenyaan faayamtee dhaadannoowwan ciccimoo of irraa qabdu rabsaamaa turan.Waraqaaleen kun mooraa FB keessattis haalaan dhoobameera.Akkasuma Alabaan ABO kalariin hojjetamee wal cinatti maxanfamaa tureDhaadannoolee wariqicharraa
#OPDO n ergamtuu Waayyaaneedha
#Waayyaaneen saamtuudha
#Gamtaaf Tokkummaa keenyaan bilisummaa nii gonfanna
#ABOn kallacha qabsoo Oromooti
ka jedhu yoo ta’u Alaabaan ABOs cinasaatti maxanfanfamaniiru
Qeerroo Yuunibarsiitii Jimmaarraa
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist