Yeroo Ammaa Kana Waraanni Agaazii Wayyaanee Magaala Finfinnee Alaa Keessaan Marsaa Jira.

Bitootessa 21,2016
2016-03-22 00.50.04Magaalli Finfinnee humna waraana agaaziitiin eegamaa jirti. Waraanni kun kutaa bulchiinsa magaalatti fi gandoota keessatti ramadamee
halkanii guyyaa uummata hiraarsaa jira. Keessattuu naannoo buufata Yuuniversitiiwwanii fi koollejjiwwan Finfinnee keessatti argamanitti
buufatee marsee jira humni kuni. Sochiin waraana mootummaa wayyaanee magaala Finfinneetti sodaa fi raafama mootummaa abbaa irree kan ka’een akka saree olii fi gadi kaataa jirti. FXG Finfinneetti ka’a kan jedhamu miirri sodaa guddaatu jira Finfinneen muddama keessa jirti.

1 thought on “Yeroo Ammaa Kana Waraanni Agaazii Wayyaanee Magaala Finfinnee Alaa Keessaan Marsaa Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a comment