Bitootessa 22,2016 Godina Wallaggaa Magaalaa Jaarsoo fi Qeellam Ona Jimmaa Horroo Keessatti Loltooti Wayyaanee Uummata Jeeqaa Jiru.

Godina Wallaggaa Qellem ona Jimmaa Horroo irraa namootni 4 har’a bakka magaala irraa konkolaataa fi nama hin beekamneen fuudhamani eessa buuteen isaanii dhabameera.
1. Abdulkari Jamal
2. Hasan Jamal –Obboleessa Abdulkarim jaallan kun lamaan yeroodhaa yerootti kan hidhamaniidha.
3. Solomon Guricho
4. Barsiisaa Dimbaashaa Baqqalaa
Har’a Bitotessa 22/2016 har’a ganama irraa konkolaataa Wayyaanee hin beekamneen butamanii kan badan yoommuu tahu uummanni fi dargaggootni ijoolleen kun deebi’uu qabu jechunFXG kaase jira uummanni yeroo ammaa kana daandii cufee jira.

Kana malees Loltootii fi humni poolisa Wayyaanee TPLF Guyyaa har’aa sabboontota Oromoo 4 magaala Jaarsoo Wallaggaa keessaa qabanii hidhaanii jiru.

  1. Dasaleeny Alammayyoo

2 .Barsiisaa Husee

3.Hojeta Motummaa Jabbeessaa Tarreesaa

4.Girmaa

Kanneen jedhamanii fi kaanis keessatti argamu

1 thought on “Bitootessa 22,2016 Godina Wallaggaa Magaalaa Jaarsoo fi Qeellam Ona Jimmaa Horroo Keessatti Loltooti Wayyaanee Uummata Jeeqaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a comment