Mootummaan Wayyaanee TPLF Bulchiisa Magaalaa Sabbataa Keessatti Kan Argamu Hoteela Fiqire Yohannis Jedhamu Kontoraata Fudhachuun Waraana Agaazii fi Poolisa Sooruu Jalqabe.

702002_949388558462805_98322090560276313_oBitootessa 19,2016/ Hotelli Fiqre Yohannis Bulchiifnni magaala Sabbataa kontiraata guutuu qabatee Agaazii fi polisii federalaa itti sooruun barattoota keenya reebsisaa hawaasa oromoo magaala kana hiraarsa jira. Jiraattota baayyee wajjiraa polisii sabataa irra hanga ma’ikalawiitti mannen hidha sadarkaan jiraan keessatti dararama jiru. Keesuma torban kana keessa barattoota mb.sad.2ffaa fi pp. sabbata haala sukkanneessa ta’een waajira opdo waliin walta’uun mankaraarsaa jiru.

2 thoughts on “Mootummaan Wayyaanee TPLF Bulchiisa Magaalaa Sabbataa Keessatti Kan Argamu Hoteela Fiqire Yohannis Jedhamu Kontoraata Fudhachuun Waraana Agaazii fi Poolisa Sooruu Jalqabe.

  1. Ammaaf qawwee hinqbnu. Garuu oromoon abidda kan hin qabaatiin hinjiru. The hotel is feeding the pigs which are released to bite us. Yaroo otoo hinfudhatiin abidaan barbadaa’uu qaba. Wakeup! Abiddi fi laambaan meeshaa waraanaa rakasha!

  2. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a comment