Magaalaan Naqamtee Wallaggaa Hoomaa Waraana Wayyaaneen Weeraramtee Uummata Irratti Yakki Hojjetamu Daran Jabaatus FXG Itti Fufe.

IMG_20160317_145823 IMG_20160317_163656 IMG_20160317_171225Bitootessa 19,2016/ Magaalaan Naqamtee hoomaa waraanaan weerararamtee jirti.Humni federaalaa daran humna magaalatii ol baayyachuun uummata magaalaa naqamtee fi naannoo ishee doorsisuu,hidhuu fi mana uummataa irra deemuun manuma keessaa gad harkisanii baratoota fi uumata magaalaa kana irratti reebichi gara laafina hin qabne gidduu kana hammaachaa jiraachuu Qeerroon gabaasa. Akka Qeerroon gabaasetti meeshaan humna federaalaa kanaaf dabalataan akka naannoo kumsaa morodaallee dhufee seenee jiru maddeen keenya ibsanii jiru.

1 thought on “Magaalaan Naqamtee Wallaggaa Hoomaa Waraana Wayyaaneen Weeraramtee Uummata Irratti Yakki Hojjetamu Daran Jabaatus FXG Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist

Leave a comment