Hara’a Adoolessa 7,2016 Godina Wallaggaa Lixaa Anaa Jaarsoottii Abboottiin qabeenya aniichaa..gochaa motummaa Wayyanee balaleeffachuun konkolachistoota waliin wal ta’uu…guyyaa har’aa konkolaatan keenyaa hin deemuu yoo jedhan konkolaachistonnis hin hin konkolaataa bobbaafnu jechuun konkolaatan tokko osoo hin deemiin hafee jira.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist