Dr. Tesfayeen President Gumii Aadaa fi Afaan Oromoo (GAAO) Yuniversitii Hawasaa ta’uudhan kan tajaajila ture yoo ta’u Qabxii olaanadhan eebbifame garuu Sabbonummaa fi Oromumma isaatif qofa Hojii Mootumma dhorkame ture. Hawaasa isa barsiisee tajaajiluudhaf Hanga Ukkamfame achi buuteen isaa dhabametti dhaabbata NGO SOS Sahel, jedhamu irra gogummaa isaan osoo hojjetuu loltoota Wayyaaneen butamee hanga ammaa bakka buuteen isaa hin beekamu.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (March) | OromianEconomist