Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Bakkeewwan Hedduun Fincila Xumura

Gurraandhala 17,2016 Har’as gootonni Barattoota Oromoo Kan Baha Wallagaa jala jiran erga boqonnaa semisteeraati deebi’anii kanneen akka Mana barumsaa Naqamtee Magaalaa Keessatti argaman,M/Barumsaa Nuunnuu Qumbaa(Nuunnuu,WaamaaAdaree ,Dirree),M/Barumsaa Waamaa Hagaloo(Qassoo,Moxe,Kiillo,Baataa,Aleeluu),M/Barumsaa Qophaa’ina Naqamteef Jiituutti haalaan finiinfamaa jira

1 thought on “Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Bakkeewwan Hedduun Fincila Xumura

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment