Hundee Gaaffii Saba Oromoo: Hayyuduree ABO Ob Daud Ibsaa

Oromo Voice Radio

Namoota garii biratti gaaffii saba Oromoo gaaffii dimokiraasii fi mirga namoomaa callaa fakkaata. Garuu, gaaffiin ummata Oromoo gaaffii sabummaa ti; gaaffii mirga abbaa biyyummaa ti; gaaffii mootummaa mataa ofii qabaachuu ti. Haasawaan Hayyuduree ABO, Ob Daawud Ibsaa, waggoota muraasa dura godhan kunis hundee gaaffii saba Oromoo hubachiisa.

1 thought on “Hundee Gaaffii Saba Oromoo: Hayyuduree ABO Ob Daud Ibsaa

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment