Gabaasa Qeerroo Amajjii 24,2016 ,Hiiriira FDG Mudde 15,2015 magaalaa Haramaayaattii gaggeeyfame irrratti hirmaattan ja’amanii qabamuun hanga har’aatti murtii takkaan maletti buufata poolisii magaalaa Haramaayaa fi mana hidhaa Addeellee keessatti dararamaa jiran keessaa muraasaa fi haalaan kanneen miidhaman hammi tokko:-
- Booranaa Yuusuf
- Malkaa Sheekhaa
- Iskender Duurrii
- Magarsaa Abdii
- Joonii Mahammed
- Laziiztuu Mahammed
- Nuuruu Mahammed
- Kadiiree Aliyyii
- Illuu Yaassiin
- Iskoorlee Yuusufii
- Abaasee Saalih
- Abaasee Mahammed
- Zakkii Muummee
- Caalaa Baker
- Iskender Uttoo
- Faamii Yoonis
- Obsaa Mahdii
- Ramadaan Abdullaahi
- Magarsaa Qondo haadha manaa isaa, jaartii obboleessa isaa waliin
- Abraahim Bakaroo, haadha mana isaa, ilma isaa,Intala isaa
- Nuuraddiin
- Mahbuub Xahaa
- Nasraa nama jedhamtuu
fii kanneen maqaan hin beekkaminiis hedduudha hidhaa keesatti rakkachaa jira.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist