Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Naqamteetti Qooda Ayyaana Timqataa Gara FXG Jijjiiran.

Qeerroo

IMG_20160120_114049Har’a Amajjii 20,2016 Baha Wallaggaa magaalaa Naqamteetti Uummata Magaalattif Qeerroon Waliin ta’un “Dhala keenyaaf Haadhoo of biraa dhabaa yeroo jirrutti nuti gammachun ayyaana dabarsuu hin dandeenyu” jechuun gara FXG finiinsan walle warraqsaa kan yoomille gurra ummataa keessa hin banne (baala hadaami shaggo yaa sharritti fkkf)n geellifama ture Humni waraana kan qubsumas Naqamte godhate akkuma amala ummata bittimsus akka hin dhabbanne abdii guutun hima oduun achi nu dhaqabe.

2 thoughts on “Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Naqamteetti Qooda Ayyaana Timqataa Gara FXG Jijjiiran.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment