Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Warraaqsq FXG jabeessuun Guutummaatti Nyaata Lagachuun itti fufan‏

Amajjii 7/2016 Goototni Qeerroo Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Warraaqsaa FXG jabeessuun Guyyaa har’aa nyaata lagachuun itti
fufan Goototni ilmaan Gootaa Barattootni Oromoo yuunibarsiitii Jimmaa mirgi keenyaa sarbamee; ajjeefamaa hidhamaa fi ukkanfamaa jirra . Gaaffii mirgaa karaa Nagaa gaafanneef yakkii ulfaata dhala nama irratti hin dalagamne Uummata Oromoo irratti Mootummaa EPRDF nurratti rawwatamaa jiruu Haala sheen iyyuu Sochiin Keenya Duubatti deebisuu hin danda’uu jechuun utuu Haala kanaan jirruu hiree ayyaanaa gannaa nyaanee dhugnee dabarsinuu hin qabnuu jechuun Guyyaa har’aa guutummatti nyaata Lagachuun uffata guddaa uffachuun Mormii isaanii jabeessuun itti fufan.

1 thought on “Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa Warraaqsq FXG jabeessuun Guutummaatti Nyaata Lagachuun itti fufan‏

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment