Wallagga Magaalaa Mandii Keessaa Maanguddoonnii fi Dargaggoonni Qaroo Ukkaamfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Muddee 22.2015

Jaarsolii fi Dargaggoonni qaroo uummata Oromoo ta’an magaalaa Mandii keessaa uukkaamfaman

Jaarsolii kanneen akka

 

  1. Oljirraa Dibaar
  2. Oljirraa  Guutaa
  3. Miizanaa Gammadaa

Jaarsolii biyyaa umurii 75 olii yeroo ta’an,jimaata darbe mana cabsuun humni tikaa Wayyaanee ukkaamsee achi buuteen isaanii dhabamera

Guyyuma kana Barsiisaa Qananii Geetaanee dargaggoota magaalaa Mandii wajjin qabamee achi buuteen isaanii dhabamee

Yeroo ammaa kana magaalaan Mandii dargaggootii fi jaarsoliin hawaasi kan keessa hin jiraanne ta’uun beekamaadha!

1 thought on “Wallagga Magaalaa Mandii Keessaa Maanguddoonnii fi Dargaggoonni Qaroo Ukkaamfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment