Mudde 17,2015 FDG Itti Fufee Wallagga Waamaa Hagaloo Keessatti Ummannii Loltoota Of Irraa Deebisaa Jiru.

Mudde 17,2015 Naqamte

IMG_20151215_042359Wallaggaa Waamaa Hagalootti Hardha 17/12/2015 Hiriira mormiirra jiru.  uummatnii fi hojjetaan mootummaa barattoota mana barumsa ifa waamaa fi moxee sadarkaa lammaffaa waliinta’uun
1)Finfinnee laachuurra dhumuu filanna,Finfinneen Kan Oromooti.
2) liiziin nurraa haa dhaabbatu
3) Gumaa barattoota keenyaa ni baasna
4) Hidhaa fi ajjeechaan qabsoo oromoo hin hambisu
5) Ormiyaan Ni Bilisoomti Jechuun Bul/aanaa Fuulduratti Dhaadachaa Jiru.

 

1 thought on “Mudde 17,2015 FDG Itti Fufee Wallagga Waamaa Hagaloo Keessatti Ummannii Loltoota Of Irraa Deebisaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment