Godina Salaa Aanaa Dhibauu Abbootii fi Aanaa wacaalee Bakka Muka Xurii Jedhamu Akkasumsan Aanaa Meettaa Rooriitti Itti Fufe

Mudde 9,2015 Gabaasa Qeerroo.

Godina Salaalee Aanaa Hidhabuu Abooteetti mormiin Uummata jabaate, uummanni Gamtaan ka’ee barattoota fi Oromoota hidhaman hidhaa Yaasee jira har’a Godinuma Salaalee Aanaa Wucaalee bakka Muka Xurii jedhamatti tarkaanfiin Qeerroon keenya fudhateen konkolaataa Mootummaa Wayyaanee ibidaan barbadeessan Amma muka Xurii bakka jedhama jirutti gubacha jirti. Godina a Lixa Shaggar Aanaa Meetaa Roobii irratti Hiriira Mormii guddaatu gaggeefama jira har’a .

1 thought on “Godina Salaa Aanaa Dhibauu Abbootii fi Aanaa wacaalee Bakka Muka Xurii Jedhamu Akkasumsan Aanaa Meettaa Rooriitti Itti Fufe

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment