Yuniversti Wallaggaa Campus Shaambuu Keessatti Warraaqsi Bilisummaa Qabateen Loltooti Agaazii Mooricha Dhufachuun Barattoota Sagalee Ukkamsuu Yaalaa Jiru.

Mudde 06,2015 Shaambu

BaakkoGodina Wallaggaa Yuniversitii Wallaggaa Kaampaasii Shaambuu Keessatti diddaan barattoota Roromoo Mudde 6,2015 eegalee dhadatnooleen adda addaa faca’uu fi gidaarota kaampaasii mara keessatti maxxanfamuu irraan kan rifatte mootummaan Wayyaanee humna waraana Agaazii guddaa itti bobbaasuun barattoota hanga galgala kanaatti hunkuraa akka turte gabaasi Qeerroo ibsa. Network kutanii ibsaa kaampaasicha irraa ciranii jiru.FDG ammoo akka itti fufu barattooti ibsanii jiru.

1 thought on “Yuniversti Wallaggaa Campus Shaambuu Keessatti Warraaqsi Bilisummaa Qabateen Loltooti Agaazii Mooricha Dhufachuun Barattoota Sagalee Ukkamsuu Yaalaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment