Mootummaan Wayyaanee Gaaza Summaawaan Baratoota Oromoo 40 Ol Miidhuu Qeerroon Gabaase.

Muddee2,2015 Gabaasa Qeerroo Sulultaa.
Godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee aanaa Sululta magaala Caancoo mana baruumsa Caancoo sad.1ffaa keessatti guyyaa har’aa gaasii summaa’aan biifuun barattooti balaa dhibee tasaa mudachuun barattoonni 40 ol gara mana yaalaa fi hospitaala Finfinneetti guurama jiru.

1 thought on “Mootummaan Wayyaanee Gaaza Summaawaan Baratoota Oromoo 40 Ol Miidhuu Qeerroon Gabaase.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment