Godina Wallaggaa Aanaa Jaarsoo Keessatti FDG Jabaachuun Magaala Irraa Gara Qonnaan Bultoota Baadiyaatti Cehaa Jira.

Gabaasa Qeerroo Jaarsoo Sadaasa 27,2015

Godina Wallaggaa aanaa Jaarsoo keessatti FDG haala jabaateen itti fufuun barattooti Oromoo aanichaa mormii master Plaanii Finfinnee fi gaaffii mirgaa Oromoo walii galaaf jecha diddaa sirnichaa jabeessanii jiru. Haala kanaan barattooti Oromoo hedduun waraana Agaazii Wayyaaneen sababaa qabamanii hidhamanii fi haala sochii mirgaa irraan kan ka’e uummati naannichaa fi qonnaan bultooti diddaa jabeessanii hanga yeroo ammaatti dabbaloootaa fi milishoota naannoo aanotaa fi gadoota hunda keessaa arihanii uummatichi ofiin of bulchuu filataa akka jiru Qeerroon gabaasee jira.

1 thought on “Godina Wallaggaa Aanaa Jaarsoo Keessatti FDG Jabaachuun Magaala Irraa Gara Qonnaan Bultoota Baadiyaatti Cehaa Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment