Take Action Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading...
“DHUGAAN NI MO’A” Dhugaan ni mo’a murtoo Waaqaati, Golgamee hin hafu akka biiftuuti, Diinni, galtuu fi jaleen ofii dhamaati. Yaa hammeessituu ergamtuu diinaa, Hamattuu kan arrabi samaa, Funaantuu hambaa kan mana gumaa. Yaa lephee salphoo kan arraba ashufee, Afaan kee dhugaa hin baasu gurri namaa si nuffee, Miira namaa hin qabdu uumama akka saree. Dhugaarra teessee kijiba lallabda, Saalfii silaa hin beektu kijibdee nyaatta, Dhiiga dhangalaasistee irmii liqimsita. Soba dhaadheessita haqa jalistee, Lammii gurgurta foonkee nyaattee, Oromoo boosista ilmaansaa ajjeesistee. Waa liqimsuuf afaankee bantee, Oromoo kennita du’atti dabarsitee, Bineensa nama nyaatutth dhiiga namaa dhugee. Nama of seeyita garuu ati balfaadha, Oromoo ajjeesista ittiin mindaa nyaatta, Garaakee guuttannaan siif kaayyoon kanuma. Ilmaan Oromoo kichuu dhiigni dhangala’ee, Lafeensaanii daakamee lubbuun karaatti hafee, Ni hafa hin se’in ni farada ka’ee, Gumaansaanii ni baasama siin lafarraa haxaawee, Dhugaan ni mo’a owwaala diigee ka’ee.!!! I.U.O. TIIF!!! Reply ↓
Abiy uummata oromoo fi qeerroon namni isaan degeruu hin jiruu jedhee ofii gubatanii baduu barataa him jiruu koroonaan gadi hin baasuu,abjuu qoosaa qoosuu ,tuffii fi ciiga’uu yoona gaeera.kanaafuu irreech milana kan haloo bakkaa teessoo isaa waan ta’eef walumaa galatti kan milkii haa ta’uu. Galatooma Reply ↓
Duraan dursee nagaa koo qeerroo/rreef haa ga’uu.Injifannooleen argama jiran kanneen akka fifinneeti hiriira gochuu, qabsoo keeddaa fi alaa biltsiginnaa ,abiy ykn abba giddi afaan qsbachisaa jira.Qalbitti waan deebi’an hin fakkatuu. Barataa waamuus sodachaa jira. Bittaa seera qabeessi ammaa dhufuutti diddaan hatattamaan cimee itti fufuu qaba. Galatoma Reply ↓
Kaane kahaa jedhaa qeerroo godinaa boraana
“DHUGAAN NI MO’A” Dhugaan ni mo’a murtoo Waaqaati, Golgamee hin hafu akka biiftuuti, Diinni, galtuu fi jaleen ofii dhamaati. Yaa hammeessituu ergamtuu diinaa, Hamattuu kan arrabi samaa, Funaantuu hambaa kan mana gumaa. Yaa lephee salphoo kan arraba ashufee, Afaan kee dhugaa hin baasu gurri namaa si nuffee, Miira namaa hin qabdu uumama akka saree. Dhugaarra teessee kijiba lallabda, Saalfii silaa hin beektu kijibdee nyaatta, Dhiiga dhangalaasistee irmii liqimsita. Soba dhaadheessita haqa jalistee, Lammii gurgurta foonkee nyaattee, Oromoo boosista ilmaansaa ajjeesistee. Waa liqimsuuf afaankee bantee, Oromoo kennita du’atti dabarsitee, Bineensa nama nyaatutth dhiiga namaa dhugee. Nama of seeyita garuu ati balfaadha, Oromoo ajjeesista ittiin mindaa nyaatta, Garaakee guuttannaan siif kaayyoon kanuma. Ilmaan Oromoo kichuu dhiigni dhangala’ee, Lafeensaanii daakamee lubbuun karaatti hafee, Ni hafa hin se’in ni farada ka’ee, Gumaansaanii ni baasama siin lafarraa haxaawee, Dhugaan ni mo’a owwaala diigee ka’ee.!!! I.U.O. TIIF!!!
Abiy uummata oromoo fi qeerroon namni isaan degeruu hin jiruu jedhee ofii gubatanii baduu barataa him jiruu koroonaan gadi hin baasuu,abjuu qoosaa qoosuu ,tuffii fi ciiga’uu yoona gaeera.kanaafuu irreech milana kan haloo bakkaa teessoo isaa waan ta’eef walumaa galatti kan milkii haa ta’uu.
Galatooma
Duraan dursee nagaa koo qeerroo/rreef haa ga’uu.Injifannooleen argama jiran kanneen akka fifinneeti hiriira gochuu, qabsoo keeddaa fi alaa biltsiginnaa ,abiy ykn abba giddi afaan qsbachisaa jira.Qalbitti waan deebi’an hin fakkatuu. Barataa waamuus sodachaa jira. Bittaa seera qabeessi ammaa dhufuutti diddaan hatattamaan cimee itti fufuu qaba.
Galatoma