8 thoughts on “photo

  1. Dhaamsa ilmaan Oromoo hundaaf,
    Qeerroon Abdii Oromiyaa ta’uu mamii tokko malee itti amanuu dhaan ilmaan Oromoo hundinuu bakka jirrutti waan dandeenyuun qeerroo cinaa hiriirree cunqursaa mootummaa Wayyaanee haa barbadeessinu. Gita bittaa Mallas Zeenaawii kan ummata keenyarratti roorrisu kuffisuun nurraa eegama. Kana ta’uu baannaan dhalootni Oromo kan fulduraa rakkoo jalaa bahuuf yeroo kan fudhatu ta’uu beekuu nurra jira.

    Bilisummaa Oromoo tiif hiriiruun lammii oromoo hundaa irraa kan eeggam. Kunis barattoota Univarsitii, mana barnootaa sadarkaa hundaa,kan biyya alaa fi biyya keessaa sochii haaraa Qeerroon jalqabe kana irratti birmadha. Hojjetoota fi qonnaan bultoota, daldaltoota fi dalagaa adda addaa irra kan jirtan gumaacha isin irraa eeggamu hunda irratti hirmaadhaa.

    Wayyaaneen haa baddu
    Oromiyaan akka billisoomtu

  2. Lammi koo oromo oromummaan maaliif yakka ta’ee oromos rabbitu uume,haqa qabna haqa keenya falmachuuf deefachuun jihaadii dha lolle fudhachuu qabna,falmachuuf jabaanne loluu qabna. Yaa dhaloota ammaa seenaa keenya tolchuu qabna. WBO abdii saba oromootii hunduu ka’uu qabnaa carraa dirreetti deemanii WBO tti dabalamuuf kan feetan kabiyya keessaaf alaa daandi dirre banamee jira bilisummaan dhiiga malee hin dhuftu yeroon oromiyaan itti bilisoomsinu amma jabaanne ha kaanu!. Oromiyaan kan oromooti aarsaa kamiyyu ni kanfalla! I.U.Of

  3. Gochigittabittonnihabashootaanurrattiraawachaaturaniifii ammaasraawachaajiran.ammalleegochisuukanneessaan ilmaan oromoo irrattirawatamaatijira .warri ormotahaniigaraakeessaniifjecha ilmaan oromo ajjeechaa,hidhaafiibiyyarraabaasaajirtanhundinuu irra ofqusadhaa.seenaan nigaafata. Cinaaqaamakeessaniitokko ,oso agarttuu ibiddaanhingubinaa.animaali?jedha,aati ofgaafadhaa

  4. Guyyichi ofiin hindhufu, wareegama gaafata, ani kana booda jilbiinfadheedhuma rabbiin duwwaa hinkadhadhu!
    Maarree?
    Rabbikeenya kadhachaa,
    Hoofaa keenyas qarachaa guyyaa bilisummaa ariifachiisna!

  5. SABBOONTOTA OROMOO BIYYA KEESSAA FI BIYYA HAMBAA KANNEEN AWUROOPPAA, AWUSTIRALIYAA, AMEERA JIRTAAN MARAAF! BAGA WAGGAA HAARAA 2016 ISIN GAHE! BARATAA GAMMACHIISAA ASSABAA EJJETAA ITICHA TUUNIVARSIITII GONDAAR IRRA!

Leave a comment