Wareegamuu Gooticha Oromoo Ing,Tasfahun Camadaa Irratti Yaada Qeerroo Yuuniversiti Jimmaa

1 thought on “Wareegamuu Gooticha Oromoo Ing,Tasfahun Camadaa Irratti Yaada Qeerroo Yuuniversiti Jimmaa

  1. gaaf tokko mukeen gurguddof bubulan kan akka odaaf birbirsa fa’atu wal gahi maali sanyin keenyo lafarraa dhumufi! maal sababni jedhani. tokko lama jedhani sibiloota hunda maqaa dhahan. dhuma irratti odaan ol ka’e akkas jedhe. “sibiilli kamiyyu qottos gajamon qofa isaa homaa nu hin goone. kan nu fixe isaan walin michoome JALLAA LAMMI KEENYAA TI. “jedhe jedhama. Du’a eng, tesfe c. Na gaddisiseera.

Leave a comment