Bara biyya qabaataa turree fi silaa osoo biyya qabaanne akkanatti aadaa fi dachiin bareedna.
Bara dachii irratti aadaa fi jiruu jireenya isaa muldhifatu dhabee Oromoon yogguu godaanu ammoo akkana fakkaate.

jabaadhaa! jajjabaadhaa! bilisummaan guyyaa tokko ni argama
Baay’ee nama gaddisiisa! Garuu kan caala nama gaddisiisu dacheedhuma kana irra godaaneyyuu jiraachuu dadhabuu isaati. Kana hundaan kan nu gadhe garuu alagaa osoo hin taane oromoon nama odeessu malee nama hojjetu dhabuu keenyadha!!!!!
Bilisummaan afaaniif salphaadha,Garuu afaaniin dhufuu yoomuu hin danda’u. Kanaaf mee jabaannee haa hojjennu!