Naa Dhaabi Yaa Shofeera,Bilisummaan Barbaada

“Nuti Ijoolleen Oromiyaa seenaa gaarii qabna

Kan namaa hin barbaadnu nagayuma feenaa

Yoo nu xuqan immoo Sonsa irra howwinaa…”

(Artist Alii Shabboo)1991

1 thought on “Naa Dhaabi Yaa Shofeera,Bilisummaan Barbaada

  1. Jabaadhaa qeerroo oromoo qabsoo itti fufaa yoo rabbin ja’e garuu rabbi haa sodaannu dinaa hundee haa buqqisnu

Leave a comment