“Furmaati Dhaabbataa Hanga Argamu FDG Irraa Duubatti Hin Deebinu” Barattooti Oromoo Yuuniversitii Jimmaa

Waxabajjii 14,2013 Filmaata piresedaanitti barattoota kan bara kanaa filuu irratti diddaa kan muldhisan barattooti Oromoo Yuuniversitii Jimmaa “Gaaffii Hundee Keenyaaf Furmaati Dhaabbataa Hanga Kennamu FDG Irraa Duubatti Hin Deebinu” Jechuun Barattooti Oromoo Yuuniversitii Jimmaa FDG Itti Fufuun Piresedaanittii Yuuniversitichaa muddan.  Haala kana irra sagaleen deebii barattootaaf kenneme kunooti;-

Leave a comment