Qeerroon Yuunivesitiii Adamaa Ebla 15 GGO Bifa Addaa fi Gammachiisaan Kabajatan.

GGOGuyyaa jala bultii Gootota Oromoo Ebla 25,2013 waraqaaleen warraaqsaa fi waamicha qabsoo mooraa Yuuniversitii Adaamaa keessatti bal’inaan maxxanfamaa bule.Bakkoota muldhatoo fi argamutti waamichi qabsoo fi dhadannoon GGO barattootaan maxxanfamaa bulee. Ganama Qeerroon wal gurmeessuun gaaraa Tullee Shanee bakka Irreefannaa Bonaatti bahuun lafa kabajamaa Oromoon itti irreeffatu irratti wal gurmeessuun bifa addaan guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15,2013 Ayyaaneffatanii jiru.

Video fi suuraan ayyaana kana irratti gahaatti waraabame waan jiruuf nageenyaaf qeerroon hin maxxansine.Sagalee irraa hamma tokko kunoo dhiheessine.

Leave a comment