Daawwii Ibraahim miseensa EPRP darbees DARGI ,Wayyaanee fi Gimbot 7 booda ammoo WMO ta’uun farrummaa daangaa hin qabne ABO fi qabsoo Oromoo irratti barootaaf kuufate gadi baafachuun media irratti ABO fi qabsoo Oromoo salphisuu fi xiqqeessuun dhagahamee ture.Haalli kun sabboontotaa fi Oromoota hedduu biratti dheekkamsa guddaa yoo kaasee ture illee galati Raadiyoo Afuura biyyaaf haata’u malee eenyummaa Daawii Ibraahim ummata Oromoof dhiheessee jira hordofa. Daawwii Ibraahim eenyuu??? Raadiyoon Afuura Biyyaa irraa hubadha.
“Waraabettiin Biyya Ishee Hin Beekne Deemtee Gogaa Naa Afaa Jetti”
Nama raaja
nuutii ilmaan oromoo kaan nuf yaaduf nut yaduu haalan addaa baafnee jiraa lammuu enyuusi nu gowwomsuu