“Loltan Lolaa Malee Diina Hin Gabbariina” Jedhu Qeerroon

Diddaa Qeerroo 

1 thought on ““Loltan Lolaa Malee Diina Hin Gabbariina” Jedhu Qeerroon

  1. kuni haqadha!yeroon kna dubbisu bara durii bara 1982 (ALO)bilisummaa oromoof nama hidhame tokko kaechalleetti dubbisuuf dhaqee filoo IRRATTI “QUBEE AFAAN OROMOOTIIN HAQASAAF,SABA ISAAF “kan jedhu dhoksee yaadannoo naa laate
    ega nama ajaa’iba yeroo sanatti qubee dubbisuun rakkisaa fi adabbii qaba
    qabsoon oromoo eessaa ka’ee kana irra gahe
    kanaaf bilisummaa keenya aragachuuf nama hin gabbarru
    jabaachuu qabna
    nagaatti
    g3

Leave a comment