Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress

Oduu gaddisiisaa;mootummaan abbaa irree hojii dhabdummaa oromiyaa keessatti babalatee jiru ni hir’ifna jechuun investeroota lammii Turki ta’aniif lafa oromiya nannoo finfinnee magaala sabbataa warishaa qarxaasii,uffataa,pilaastikiif kanneen biroo akka oomishaniif kennamun lafa kana beekkamadha. Haa ta’u malee hojii dhabdummaa hirrisu osoo hin ta’iin bayyina ummata oromoo hirrisuf akka ta’e hojjetootni warishaa Ayika Addis keessa hojjetan icitii baasaniru.Tooftan ittiin hirrisan immoo dubaartotni oromo bayyinaan warishicha keessa waan jiraniif dubartii oromoo taate 1 filatani qoricha of ishee walaalchisuun tuquun ji’a sadiin JAWWEE biyya tukkiif soorata ta’anii dhumaa jiru.Kana kan taasisu tigree fi naafxanya akka ta’e hubatameera.
Kabamtoota ilmaan Oromoo biyya keessaa fi ala jirtan hundinuu dhaabni keenya kan duraan adda qoqqoodame walitti deebi’ee tokkummaawuu isaatif gammadeera baga gammaddan. Nuti ilmaan Oromoo bakka jirruu tokkummaan kaanee wal cinaa dhaabbannee diinatti ulaa danqarree bahaa fi galashee haa dhorkinu.
Tokkummaan humna waliin kaanee humna waliif haa taanu!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!
SBO sagalee keenya, ABO gaachana keenya!