(Qeerroo, Finfinnee, 4 Caamsaa 2012) Miidhaa fi roorroo saba Oromoo irra gahaa jirutti furmaata tolchuuf duula guddaa gochuun akka barbaachisu Tumsi Qeerroo Bilisummaa ibse.
Tumsi Qeerroo Bilisummaa biyya Australia akka karaa raadiyoo biyya sanaa ibsanitti dhumaatii fi hiraarsaa ummata Oromoo irra gahaa jiru hambisuuf furmaati jiru qabsoo Qeerroo finiinsuu dha.