Qeerroon University Adaamaa Ebla 15 Sirna Howwaan Kabajatan

Kabajaa guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15,2012 fi guyyaa hundeeffama Qeerroo walitti kan ayyaaneffatan dargaggoonni Oromoo University Adaamaa sina guddaan kabajatanii jiru,sirna Ayyaana isaanii kana guutuu waan video n waraabameef gara sagalee qofatti jijjirree isinii dhiheessina. Qeerroon University Adaamaa yeroo sirna kana kabajatanitti haalli tika Wayyaanootaa haalaan itti hammachuu fi eegumsi jabaan haata’u iyyuu malee karaa dandayameen Qeerroon Ebla 15 sirna howwaan kabajate.

Video 1

 

 

1 thought on “Qeerroon University Adaamaa Ebla 15 Sirna Howwaan Kabajatan

Leave a comment