Qeerroo Adaamaa Ebla 15,Guyyaa Goototaa

Kan Video irraa MP3 itti jijjirame.

Video 3

 

1 thought on “Qeerroo Adaamaa Ebla 15,Guyyaa Goototaa

  1. Guyyaan gootota keenyaa yerooma fedhe iyyuu yaadachuu fi kan nu irraa eegamu hanga wareegama lubbuutti bilisummaa oromoof socho’uun yeroon isaa amma kunis qeerroo keenya cinaa dhaabachuun jechuu dha .
    nutis kuno gaafa bitootessa 15/04/12 community oromoo walitti sassaaabamuun
    kabajanneera.kuni ega akka biyyaa oromiyaa keenyatti hin taane akkuma biyya ambaatti yaadaneera.
    walii gala bakka jirrutti harakka wal qabannee warra afaan nu fajjeessu uf -irra facisuun tokkummaan yoo qabsoofne mootummaan halagaa(wayaneen)hundeen ni buqaati ammas buqa’uu geesseetti
    nagaatti
    GOOLEE

Leave a comment