Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
yaa qeerroo gadaa keessan kana bareechaa uummantinni oromoo waanjoo gabrummaa baachhuu dadhabera yeroo tokkoo fi isa dhumaa bahaan ulfataan kun dugda isaa irraa buhuu qaba. uummtinni kun jaarraa tokkoo oliif yeroo tokkollee yeroo itti gammadee aara galfate hin qabu baruma baraan nyaaphinni kaabaa iratti wal jijjiiraa jiru .qabeenyaq isaas saamaa sanyiii isaas lafa irraa daguuganii biyya isaa dhuunfachuuf yaalii wal irraa hin cinne itti fufanii jiruu .irra guddaa ammoo oromoo dhumaan oromoo cabsaa jiru dheengadda goobanaa kaleessa opdo harra ammoo jijjiiramaa of dura qabanii isa dhumaaf oromoo cabsuu yaalaajiru .
kun ammoo ilmaan oromoo maraaf booree tahuu qaba jabaadhaa tokkummaan ol kahaa bilsummaan dhiigaan malee hin argamtu .qabsoon itti fufa gabrummaan ni kufa I.U.O f