(Gabaasa Qeerroo, Gimbii, 8 Mudde 2011) Garboomfataan mootummaa Wayyaanee ilmaan Oromoo keesumaa dargaggoota Oromoo hidhuu,barnoota irraa arii’uu fi hojii dhabdee taasisuun isaa beekamaa dha.
Yeroo ammaa kanatti jalqaba baatii Muddee 2012 irraa eegalee Godina Wallaggaa Magaala Gimbii fi naannoo ishee keessa kanneen jiraatan dargaggoota Oromoo irratti hammeenya raawwachaa jiru haala suukkanneessaa fi gara jabeenya sanyii namaa duguggii kan tahe tahuu Qeerroo magaalaa Gimbii gabaasa.
Mootummaan TPLF Wayyaanee ilmaan Oromoo hojii dhabdee taasisuun dargaggootni Oromoo dafqa xuruursanii jireenya hadhaawaa Oromiyaa keessaa mohachuuf osoo dhama’aa jiranii yakka sobaan goolessituu fi hattoota jechuun dargaggoota Oromoo yakkuun akka bineensaatti adamsanii malgaal fi baadiyyaa keessaa hidhaatte naqaa jiru.
Yeroo ammaa kanatti dargaggoota Oromoo 200 ol kan hidhaman yoommuu ta’u kanneen kaan ammoo baqatanii carraan dagala keessa jiraachuun isaan mudatee jira. Warreen mana hidhaatti funaanamanis hammeenya TPLF irraa kan ka’een bishaan dhaqna isaaniitti firfisuun reebaa reebaa akka jiran gabaasaan qeerroo irraa qindaaye addeessa.
Yeroo ammaa kana rakkoon guddaan ilmaan Oromoo naannoo kanatti kan qaqqabee fi warri ijoollee halkanii guyyaa caraan imimmaan harcaasuu isaan mudatee jira.Gocha hammeenya ana fakkaatu kanaaf Adda durummaan sababa tahee Oromoota hiisisuu fi reebsituu keessatti kan hojjetaa jirus ergaamee bulaa Wayyaanee bulchaa ganda odaa kan ta’e Abiyoot Malaakuu akka ta’es dargaggootni magaalaa Gimbii tika qabsoo Qeerroo Bilisummaaf ijaaraman saaxilanii jiru.
Namni ergamaa Wayyaanee tahe kun ji’oottan jahan darban keessatti dargaggoota hiisisaa kan turee fi lafa Oromootaa investerootaaf gurguruun jiraattota naannoo kanaa qe’ee dhablee taasisaa turuun isaas ni beekama.Irreen dargaggootaa tikni nageenya qabsoo qeerroo jala bu’ee akka gabaasetti magaala Gimbii keessaa manni hidhaa magaala sanaa guutee bakka waan hanqateef dargaggoota magaalota xixiqqaa fi baadiyaa irraa fidan mana barumsa sadarkaa lammaffaa warra Saayyoo jedhamu keessatti hidhaa jiraachuu beeksisee jira.
Yeroo ammaa kanatti Dargaggoowwan Oromoo mana hidhaa Wayyaanee Magaala Gimbii keessatti argaman keessaa hammi tokko maqaan isaanii akka armaa gadiiti:-
1.Dargaggoo Dawit Tamasgeen
2.Abbush Malkaamuu
3.Hambisaa Baatirii
4.Shimallis Moosisaa
5.Kaasahuun Bantuu
6 Jireenyaa Taammiruu
7 Maarqos Kabbadaa
8.Taarikuu Garbaa
9 Alamaayyoo Habtaamuu
10.Aliyyii Baatirii
11.Namoomsaa Kabbadaa
12.Numarsii Kabbadaa
13.Meetii Kabbadaa
14.Innawu Fiqaaduu
15.Magarsaa Daani’eel
16.Ismaa’el Ashabbir
17.Baacaa Biraanuu
18.Mitikkuu Tamasgeen
19.Dirribaa Baatirii
20.Waaqboon Awwaqaa
21.Abdii Taaddasaa
22.Kaasahuun Taakkalaa
23.Iwunatuu Ashannaafii
24.Alamaayyoo Mulgeetaa
25.Misgaanuu
26.Shoraa
27.Odaa fa’i
Yeroo tahan, Sabboontotiin magaalaa Gimbii dhaamsa ergamtoota Wayyaaneen waan beeksisan keessaa tokko jaleewwan Wayyaanee ilmaan Oromoo garbummaa bara baraa keessatti hambisuuf hiriiran gocha akkanaa irraa of hin qusatan taanaan tarkaanfiin cimaa fi kan deebii hin qabne akka isaan eeggatu fi kanas hubachuu akka qaban fi lamiileen Oromoo naannoo Gimbiis beeksanii jiru. Oromoonni biyya keessaa fi alaa sagalee isaanii akka nuuf dhageessistan jechuunis bakka hundatti dhaammatanii jiraachuu gabaasi Qeerroo beeksisa.
Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!
No prison and no torture can hinder us from our liberation struggle! Our enemies like it or not, our Fighter-Jet is moving forward! This still strong Oromian Students’ movement is part and parcel of the Oromo liberation movement (part of our Fighter-Jet). I think we can present our Fighter-Jet as an airkraft with the differentiated three parts of its left-wing, with its middle body and with differentiated three parts of its right-wing. The skilled pilot of the fighter-Jet is our famous mindset of bilisummaa (of freedom), the OLF. I would like to personify the three parts of the aircraft with the following prominent Oromo nationalists.
1) The left wing:
– Nagaaso Gidaada, who tries to achieve through his UDJ party an integrative Oromia = the whole Ethiopia, without necessarily having an autonomous core Oromia within Ethiopia. All individuals and institutions with such goal can be classified here.
– Marara Guddina, who once said “Oromian national autonomy within Ethiopian federation is not bad, but we don’t need to die for it”; he was considering that even Gondar and other northern parts of the empire are parts of Oromia; accordingly, he wants to realize either Nagaasso’s or Bulcha’s position per Oromo public referendum.
– Bulcha Dammaqsa, who wants to have an integrative Oromia in a form of an autonomous Oromian state within Ethiopian federation.
2) The middle body:
– Fayyis Oromia and his likes, who are open for all the positions of the left (integrative Oromia) and the right (independent Oromia), as far as the determiners in this choice are the Oromo public at large per referendum. This part of the fighter-jet believes that theoretically an independent nation (Core Oromia) within an integrative region (Cush Oromia = Cushitic Ethiopia) is ideal and can be real.
3) The right wing:
– Leenco Lata, who advocates a nationally independent Oromia within a regional union of free nations in and around Ethiopia.
– Daud Ibsa, who is open for both Leenco’s and Galaasa’s position as long as the Oromo people will decide per referendum.
– Galaasa Dilbo, who strives to achieve an independent Oromia disregarding the possible regional union with the neighbouring nations, who are now living within Ethiopia.
But, in order to accomodate the move of these different Oromo positions regarding our future type of sovereignty (walabummaa) of Oromia, Oromo nationalists have to be able to concentrate on the common denominator of all the positions, i.e on bilisummaa (freedom) of the Oromo people. To comprehend what I do mean, we just need to compare the following interesting three concepts: secession, independence and sovereignty. Let me try to put the difference in short as follows:
– secession needs the precondition of being legally part of one sovereign nation and being a minority nation at the periphery. Oromia has never been legally part of Ethiopia and it is neither a minority nation nor at periphery unlike Tigrai. So Oromia’s question is not a question of secession in this sense. This is the point, which Ob. Amin Jundi recently tried to explain to the Habesha elites.
– independence is the liberation of an oppressed nation from the other oppressive one, as we do see in the attempt of some Oromo nationals like Ob Galaasaa trying to emancipate the occupied Oromia from the oppressive Abyssinia.
– sovereignity is the right of the liberated and free nation to decide on the type of arrangement it wants, like the sovereignty of the Oromo nation to decide on its future, be it in a form of an independence within or without Ethiopia, per referendum; this seems to be what Oromo nationalists like Ob. Daud try to achieve.
According to the right of the Oromo nation to its own bilisummaa and walabummaa, it is not wrong even if Ob. Amin or Gen. Kamal strives for the right of Oromo and Oromia WITHIN Ethiopia, as long as the determining factor is the result of the referendum. Thus, it is nice to see that our nationalists are bombarding tyranic Abyssinists from the three parts of our Fighter-Jet:- Dr. Nagaaso, Dr. Marara and Ob Bulcha from the left wing; Ob Fayyis Oromia and co from the middle body; as well as Gen. Kamal, Ob. Daud and Ob Galaasaa from the right wing.
This is really very scary for the enemy of the Oromo nation. Important is that all the three parts do fight the enemy, but do not attack each other. In the currently ongoing rhetoric, I didn’t hear Ob Amin attacking the other factions of the OLF. But, it is clear that we do read nowadays a lot of Woyane criminal cadres camouflaging as Oromo in order to sow a discord among Oromo nationals by trying to support one faction of the OLF and attack the others, as well an attempt of a vice versa!
Last edited by AFDist on Thu Dec 08, 2011 5:09 pm, edited 22 times in total. AFDist
Posts: 2417
Joined: Sat Jan 06, 2007 4:05 pm
Private message