Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Dhaamsa ilmaan Oromoo hundaaf,
Qeerroon Abdii Oromiyaa ta’uu mamii tokko malee itti amanuu dhaan ilmaan Oromoo hundinuu bakka jirrutti waan dandeenyuun qeerroo cinaa hiriirree cunqursaa mootummaa Wayyaanee haa barbadeessinu. Gita bittaa Mallas Zeenaawii kan ummata keenyarratti roorrisu kuffisuun nurraa eegama. Kana ta’uu baannaan dhalootni Oromo kan fulduraa rakkoo jalaa bahuuf yeroo kan fudhatu ta’uu beekuu nurra jira.
Bilisummaa Oromoo tiif hiriiruun lammii oromoo hundaa irraa kan eeggam. Kunis barattoota Univarsitii, mana barnootaa sadarkaa hundaa,kan biyya alaa fi biyya keessaa sochii haaraa Qeerroon jalqabe kana irratti birmadha. Hojjetoota fi qonnaan bultoota, daldaltoota fi dalagaa adda addaa irra kan jirtan gumaacha isin irraa eeggamu hunda irratti hirmaadhaa.
Wayyaaneen haa baddu
Oromiyaan akka billisoomtu
qabsaa.an nikufa qabsoon ittifufaa ashamaa oromoo
guyyaan nuuf hin dhufa
guyyaan walabummaa
guyyaa gaffiin keenya
itti deebii argatu yoomuma
nuuf dhufa
atis akka nama
nuuf kutattee garaa
maaliif nuu hin dhageessu
yaarabbiii….
Lammi koo oromo oromummaan maaliif yakka ta’ee oromos rabbitu uume,haqa qabna haqa keenya falmachuuf deefachuun jihaadii dha lolle fudhachuu qabna,falmachuuf jabaanne loluu qabna. Yaa dhaloota ammaa seenaa keenya tolchuu qabna. WBO abdii saba oromootii hunduu ka’uu qabnaa carraa dirreetti deemanii WBO tti dabalamuuf kan feetan kabiyya keessaaf alaa daandi dirre banamee jira bilisummaan dhiiga malee hin dhuftu yeroon oromiyaan itti bilisoomsinu amma jabaanne ha kaanu!. Oromiyaan kan oromooti aarsaa kamiyyu ni kanfalla! I.U.Of
Gochigittabittonnihabashootaanurrattiraawachaaturaniifii ammaasraawachaajiran.ammalleegochisuukanneessaan ilmaan oromoo irrattirawatamaatijira .warri ormotahaniigaraakeessaniifjecha ilmaan oromo ajjeechaa,hidhaafiibiyyarraabaasaajirtanhundinuu irra ofqusadhaa.seenaan nigaafata. Cinaaqaamakeessaniitokko ,oso agarttuu ibiddaanhingubinaa.animaali?jedha,aati ofgaafadhaa
Sabboontonni orom kanbiyyitaa,adda addaakeessafacaataniijirtanhundinuubakkumajirtaniqabssoojabeessaa
Guyyichi ofiin hindhufu, wareegama gaafata, ani kana booda jilbiinfadheedhuma rabbiin duwwaa hinkadhadhu!
Maarree?
Rabbikeenya kadhachaa,
Hoofaa keenyas qarachaa guyyaa bilisummaa ariifachiisna!
SABBOONTOTA OROMOO BIYYA KEESSAA FI BIYYA HAMBAA KANNEEN AWUROOPPAA, AWUSTIRALIYAA, AMEERA JIRTAAN MARAAF! BAGA WAGGAA HAARAA 2016 ISIN GAHE! BARATAA GAMMACHIISAA ASSABAA EJJETAA ITICHA TUUNIVARSIITII GONDAAR IRRA!