Godina Booranaa Bulee Horaa Keessatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bifa Qindaayeen Kabajame.
Caamsaa 22/2016 Godina Booranaatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bulee Horaatti Bifa Qindaa’een Yeroo Jalqabaatif Gootota Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Bulee Horaatiin Kabajame!! Ayyaanni Irreechaa kuni akka hin milkoofneef waraanni mootummaa Wayyaanee barattootni akka mooraadhaa hin baane dhorkuu yaalus goototni Barattoota Oromoo Yuunibarsiitichaa … Continue reading Godina Booranaa Bulee Horaa Keessatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Bifa Qindaayeen Kabajame.
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed