Sadaasa 15/2015 Godina Lixa Shagaggar AANAA MIDAA QANYIItti Ayyaanni Irreechaa Malkaa Calalaqii Bifa Adda ta’ee fi Haala Hedduu Dammaqinsa Qabuu fi Mormii Sirna Faashistii Wayyaaneen kan guutameen Dargaggootni Oromoo ABO fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo Faarsuun Kabajatan. Ayyaanni Irreechaa Kun jalbultiin isaa bifa ho’aa ta’een … Continue reading Ayyaanni Irreechaa Lixa Shaggar AANAA MIDAA QANYIItti Bifa Ho’aa Ta’een Kabajamee,Uummatni Oromoo,fi Qeerroon Dargaggootni Barattootni Oromoo takkummaan irraatti hirmachuun ABO,WBO,Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Gootota Qabasoo Bilisummaaf Wareegaman Farsuun Ayyaanicha Irratti Mormii Sirna Wayyaaneef qaban ifatti muldhisan
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed