Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhaniif Qofa Qonnaan Bultooti Oromoo 80 ol Manneen Hidhaa Gara Garaatti Hidhaman

Gabaasa Qeerroo Aanaa Nuunnuu Qumbaa Ebla 20,2015 Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qumbaa Ganda qonnaan bultaa Furdisaa lafa qonnaa fi bososna Baanqoo jedhamu mootummaa Wayyaanee investerootaaf hiruu isaa irraan kan ka’e uummanni Oromoo naannichaa diddaa fi falmatnaa dachii isaanii taasisaniin ergamtootaa fi bulchitoota … Continue reading Wallagga,Aanaa Nuunnuu Qubmaa Keessaa, Qe’ee Keenya Irraa Hin Buqqaanu Sababaa Jedhaniif Qofa Qonnaan Bultooti Oromoo 80 ol Manneen Hidhaa Gara Garaatti Hidhaman