Breaking News : Bitootessa 1/2015 Goototni Dargaggootni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, Kolleejjii Barsiisota Jimmaa, Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Jimmaa fi Dargaggootni Oromoo Magaalaa Jimma FDG jabeessanii itti fufuu Muktar Kadirii fi Dammaqee Mokonni Of Irraa Arhian.

Bitootessa 1/2015 Goototni Dargaggootni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, Kolleejjii Barsiisota Jimmaa, Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Jimmaa fi dargaggootni Oromoo Magaalaa Jimma FDG jabeessanii itti fufuun ergamoota Wayyaanee Muktar Kadiri fi Dammaqee Mokonnoon angawoota Wayyaanee olaanoo dura dhaabachuun dhaadannoo dheekkamsaan … Continue reading Breaking News : Bitootessa 1/2015 Goototni Dargaggootni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, Kolleejjii Barsiisota Jimmaa, Manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa Jimmaa fi Dargaggootni Oromoo Magaalaa Jimma FDG jabeessanii itti fufuu Muktar Kadirii fi Dammaqee Mokonni Of Irraa Arhian.