Ebla 28,2017/ Mootummaan wayyaanee jiraattoota uummata gidduu gala naannoo laga xaafoo fi magaalaa suluultaa bakka Mana jireenyaa fi bakka itti gamtaan hojii hojjeettan sini kennina jechuun uummata afanfaajeessa jirti.
Akkasumas jiraatoota maqaa misooma sobaan qeedherraa buqqadhaniif bakka sinii buusna ykn beenyaa sini kennina jechuun dhagaa budhuraa dhaabne jechuun uummata sossoobuu yaalutti jirti. Barsiisaa kadhumsa beekumsaa waan tadheef barsiisootaafi Mana jireenyaa kennaa jiraachuun gabaafame.kunis furmaata umuriishee eeressu yaaltus namuu hubateera . daangaa oromiyaarraan diina lafa Kenya saamsisaa,lammii keenya ajjeesaa,qabeenya Kenya saamaa saamsisaa hin goyyoomfamnu jedha uummanni akka qeerroon naannawwaa Sanaanugabaasetti.