Gabaasa Dabalataa Ayyaana Irreecha Arfasaa Jimmatti Kabajamee!!‏

Caamsaa 16/2016 (Gabaasa Dabalataa) Godina Jimmaatti Ayyaanni Irreecha Arfaasaa Tulluu Beegii (Deedee)tti bifa ho’aa ta’een  guyyaa kaleessa  Camsaa 15/2016 adda tti Qeerroo gootota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa,Hordoftootaa Amantaa Waqeffannaa Jimmaa, gootota barsiisotaa fi hojjettoota ilmaan Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa fi godinichatti … Continue reading Gabaasa Dabalataa Ayyaana Irreecha Arfasaa Jimmatti Kabajamee!!‏